eng
stringlengths
2
554
orm
stringlengths
3
691
The blood of Jesus his Son cleanses us from all sin .
Dhiigni Ilma isaa , dhiigni Yesuus cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa .
" Let your way of life be free of the love of money . " - HEBREWS 13 : 5 .
" Akki jireenya keessanii horiidhaaf sassataa hin taʼin . " - IBROOTA 13 : 5 .
" I will glorify your name to time indefinite . " - PS .
" Bara baraanis maqaa keetiif ulfina nan kenna . " - FAR .
We need to develop " complete lowliness of mind and mildness . "
" Gad of deebisuu fi garraamummaa hundumaa " qabaachuun nu barbaachisa .
By humbling ourselves " under the mighty hand of God , " we acknowledge our lowly position . ( Read 1 Peter 5 : 6 . )
" Harka isaa [ Waaqayyoo ] isa aango - qabeessa jalatti " gad of deebisuudhaan , iddoon qabnu gadaanaa ta 'uusaa hubanna .
" Let Your Kingdom Come " - But When ?
" Mootummaan Kee Haa Dhufu " - Garuu Yoom ?
" Say among the nations : ' Jehovah himself has become king . ' " - PSALM 96 : 10 .
" Saba lafa irraa keessatti , ' Waaqayyo mootii dha ! ' . . . jedhaa ! " - FAARFANNAA 96 : 10 .
Who , then , sent the " star , " or starlike object ?
" Urjicha " ykn wanta urjii fakkaatu sana kan erge eenyuree ?
He said : " Keep on the watch . "
" Yeroo hundumaa dammaqaa eegaa " ( NW ) isaaniin jedheera .
" Regret " is mental sorrow , pain of mind , at something done or perhaps left undone , and it can mean " to weep again . "
' Gaabbiin ' wanta raawwatame ykn tarii utuu hin raawwatamin hafe tokkotti garmalee gadduu siʼa taʼu , " lammata booʼuu " jedhamuu dandaʼa .
" The ten horns " represent all present political powers that support this " scarlet - colored wild beast . "
' Gaanfonni kurnan ' humnoota siyaasaa yeroo ammaa " bineensa bildiimaa " kana deggeran hunda kan argisiisanidha .
" Make disciples of people of all the nations , . . . teaching them . " - MATTHEW 28 : 19 , 20 .
' Isaan barsiisuudhaan saba hundumaa bartoota koo godhaa ! ' - MAATEWOS 28 : 19 , 20 .
How can we show that we are " putting up with one another in love " ?
' Jaalalaan waliif dandaʼuudhaan jiraachuu ' kan qabnu maaliifi ?
It is " God who makes it grow . "
' Kan guddisu Waaqayyodha . '
Who benefit from our " ministering to one another " ?
' Warra kaaniif wanta waa 'ee baasu gochuudhaan ' faayidaa kan argatu eenyu ?
( Read 1 Kings 18 : 21 . )
( 1 Mootota 18 : 21 dubbisi . )
However , Jehovah gives parents the wisdom and the strength they need when they humbly entreat him in prayer and look to his Word and holy spirit for guidance . - Read James 1 : 5 .
( 1 Sam . 3 : 12 - 14 ) Haa taʼu malee , Yihowaan warri gad of qabanii cimsanii yoo isa kadhatan , akkasumas qajeelfama argachuuf gara Dubbii isaattii fi gara hafuura qulqulluutti yoo garagalan , ogummaa fi jabina isaan barbaachisu ni kennaaf . - Yaaqoob 1 : 5 dubbisi .
How such conduct makes Jehovah 's heart rejoice ! - Proverbs 27 : 11 ; 1 John 3 : 22 .
( 1 Seenaa 28 : 9 ) Kana gochuun keenya garaa Yihowaa akka ciibsu homaa hin shakkisiisu . - Fakkeenya 27 : 11 ; 1 Yohannis 3 : 22 .
( Read 1 John 3 : 17 , 18 . )
( 1 Yohaannis 3 : 17 , 18 dubbisi . )
The early Christians believed these Scriptural accounts , even as we believe that God 's Word is true .
( 2 Mot . 13 : 20 , 21 ) Akkuma nuyi Dubbiin Waaqayyoo dhugaa taʼuusaa amannu , Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaas seenaawwan Caaffata Qulqullaaʼoo keessatti argaman kana amananiiru .
In the days of Haggai and Zechariah , Jehovah was going to cause another shake - up , as described in the figurative language of verses 6 and 7 .
( Ba 'uu 19 : 18 ) Lakkoofsa 6 fi 7rratti akkuma fakkeenyaan ibsame , Yihowaan bara Haageefi Zakaariyaasitti socho 'iinsa garabiraa raawwachuuf qophaa 'ee ture .
They were not performed in secret , away from the eyes of the public .
( Baʼuu 14 : 21 - 31 ; 19 : 16 - 19 ) Iccitiidhaan ykn dhoksaatti kan raawwataman hin turre .
( Read Psalm 101 : 2 . )
( Faarfannaa 101 : 2 dubbisi . )
( Read Psalm 123 : 1 - 4 . )
( Faarfannaa 123 : 1 - 4 dubbisi . )
The positive outlook explained in this article is just a glimpse of the bright future that millions of Jehovah 's Witnesses have learned about by studying the Bible .
( Faarfannaa 37 : 11 ) Ilaalchi qajeelaan mata duree kana keessatti ibsame , wantoota baayʼee gaarii gara fuulduraatti dhufuuf jiran keessaa baayʼee muraasa isaanii akka taʼe , Dhugaa Baatonni Yihowaa miliyonaan lakkaaʼaman qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu isaanii irraa barataniiru .
Consider some practices that reveal that a youth is making ' his advancement manifest ' as a disciple . - 1 Tim .
( Fak . 20 : 11 ) Gochawwan mucaan tokko bartuu taʼuudhaan ' itti guddachaa adeemaa ' akka jiru argisiisan tokko tokko ilaali . - 1 Xim .
The first - century Beroeans received the word " with the greatest eagerness of mind , carefully examining the Scriptures daily . "
( Fak . 4 : 18 ) Namoonni Beriyaa jaarraa jalqabaatti turan ' wanti dubbatame sun dhugaa taʼuusaa baruudhaaf , guyyuma guyyaatti macaafota qulqulluu qoruudhaan ' dubbicha fudhatanii turan .
Because of imperfection , men are no longer capable of being perfect heads , nor are women able to demonstrate perfect subjection .
( Fak . 8 : 30 ) Cubbuu waan dhaalaniif , dhiironni mataa mudaa hin qabne ta 'uu , dubartoonnis haala mudaa hin qabneen seera matummaatiif bitamuu hin danda 'an .
( See picture on page 15 . )
( Fakkii fuula 15rra jiru ilaali . )
Thus , it is not surprising that there are many single sisters among those serving abroad .
( Far . 68 : 11 ) Kanaaf , obboloota biyya alaatti tajaajilan keessaa hedduunsaanii dubartoota qeentee ta 'uunsaanii nama hin ajaa 'ibsiisu .
The Bible describes more than 40 different occasions when Jehovah God made sworn oaths .
( His . 17 : 16 , hiika bara 1899 ) Macaafni Qulqulluun , Yihowaan yeroo garaagaraatti al 40 ol kakuu galee akka ture ibsa .
These " inner rooms " may refer to our congregations .
( Isa . 26 : 20 ) ' Kutaan manaa ' kun gumiiwwan keenya kan argisiisu taʼuu dandaʼa .
I say , ' My decision will stand , and I will do whatever I please . ' "
( Isaayaas 46 : 10 ) Atiifi maatiinkee gara fuulduraatti jireenya gammachiisaa qabaachuu ni dandeessu .
Demons mislead others through spirit mediums , fortune - tellers , and practicers of divination and astrology .
( Isaayaas 8 : 19 ) Hafuuronni hamoon , eker dubbistuu , qaalluu , namoota hooda dubbataniifi urjii lakkaaʼanitti fayyadamanii namoota dogoggorsu .
The Law established a separate priesthood , and justice was administered by " the elders , " who were respected for their knowledge and wisdom .
( Kes . 25 : 7 , 8 ) Seerichi sochii amantiifi hawaasummaa wajjin haala wal qabateen saba haaraa kanaaf qajeelfama kenneera .
The characteristics of dew nicely illustrate how we can effectively help people of all sorts in our ministry . - 1 Tim .
( Kes . 31 : 19 , 30 ; 32 : 2 ) Amaloonni fixeensi qabu tajaajila irratti namoota hunda gargaaruu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe akka gaariitti argisiisu . - 1 Xim .
But when it is used as a means to retaliate or manipulate , the silent treatment not only prolongs conflict but also erodes the respect the couple have for each other .
( Lallaba 3 : 7 ) Haaloo baʼuuf ykn yaada jijjiirsisuuf jecha cal jechuun garuu , walitti buʼiinsi uumame tokko akka itti fufu gochuurra darbees , kabajni hiriyoonni gaaʼelaa waliif qaban akka badu godha .
( Read Romans 4 : 20 - 22 . )
( Roomaa 4 : 20 - 22 dubbisi . )
( Read Ruth 1 : 16 , 17 . )
( Ruut 1 : 16 , 17 dubbisi . )
And how glad we are today that we have in our midst godly women who are like Sarah and Rebekah !
( Uma . 24 : 67 ) Yeroo harʼaatti dubartoonni akkuma Saaraafi Ribqaa Waaqayyoon sodaatan nu gidduu jiraachuusaaniitti baayʼee gammadna !
( a ) How can we imitate the faith of Jephthah and his daughter ?
( a ) Amantii Yiftaa fi intala isaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti ?
( a ) What situation arose in the apostle Paul 's day ?
( a ) Bara Phaawulos ergamaatti gumii keessatti haala akkamiitu uumamee ture ?
( a ) What reason for preaching is mentioned at Matthew 22 : 39 ?
( a ) Maatewos 22 : 39 irratti sababii itti lallabnu isa kamtu ibsame ?
( b ) What can empower us to resist discouragement ?
( b ) Abdii kutachuu moʼuuf wanti humna nuu kennuu dandaʼu maalidha ?
( b ) How was Abraham known by Jehovah ?
( b ) Abrahaam Yihowaa biratti kan beekame akkamitti ?
( b ) Jesus ' disciples should work toward what goal ?
( b ) Bartoonni Yesus kaayyoo akkamii yaadatti qabatanii tajaajilu ?
( b ) What important principle do we find at Exodus 23 : 2 ?
( b ) Baʼuu 23 : 2rratti seera buʼuuraa barbaachisaa taʼe akkamii arganna ?
( b ) Why is " setting things straight " in a Scriptural way so important in raising children ?
( b ) Ijoollee guddisuurratti Macaafa Qulqulluutti fayyadamanii ' qajeelchuun ' barbaachisaa kan taʼe maaliifi ?
( b ) What do the Scriptures admonish children to do ?
( b ) Kitaabni Qulqulluun ijoolleen maal akka godhan ajaja ?
( b ) God 's spirit - inspired Word encourages what attitude ?
( b ) Macaafni Qulqulluun ilaalcha akkamii akka qabaannu nu jajjabeessa ?
( b ) What will be discussed in the next article ?
( b ) Mata duree itti aanu irratti waaʼee maalii mariʼanna ?
( b ) As King , how does Jesus treat his subjects ?
( b ) Mootii kan ta 'e Yesus namoota isa jalatti bulan akkamitti qaba ?
( b ) What step must honesthearted ones take ?
( b ) Namoonni garaa qajeelaa qaban tarkaanfii akkamii fudhachuu qabu ?
( b ) Why did Paul write about the faithful acts of ancient witnesses ?
( b ) Phaawulos wanta dhugaa baatonni amanamoon bara durii raawwatan kan caqase maaliifi ?
( b ) What relevance do communion sacrifices have to modern - day pure worship ?
( b ) Qalmi araaraa waaʼee waaqeffannaa qulqulluu bara keenyatti raawwatamu maal nu hubachiisa ?
( b ) Why is it important to know God well ?
( b ) Waaqayyoon sirriitti beekuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi ?
* " As I came to realize how little a doctor can really do to help , I became disillusioned .
* " Yaaliin doktooronni namoota gargaaruuf godhan muraasa ta 'uusaa yommuun hubadhu baay 'een gadde .
* On foot , the trek would last a day or two .
* Miilaan adeemsa guyyaa tokko ykn guyyaa lamaati .
10 / 1 , 11 / 1
10 / 15
Could you similarly encourage publishers , pioneers , and older brothers and sisters whose strength is failing ?
10 : 8 , 11 , 18 , 19 ) Ati hoo , haaluma wal fakkaatuun babalʼistoota , qajeelchitootaa fi maanguddoota dadhabaa jiran jajjabeessuu ni dandeessaa ?
11 - 13 . ( a ) Who became associated with God 's chosen people ?
11 - 13 . ( a ) Saba Waaqayyo filatetti kan makaman eenyufaʼi ?
Other Israelites who had been living temporarily in Judah chose to remain there permanently instead of moving back home .
11 : 13 , 14 ) Israa 'eloonni yeroodhaaf Yihudaa keessa jiraachaa turan kaanis , gara biyyasaaniitti deebi 'uu mannaa achuma jiraachuu filataniiru .
12 Help for the Family
12 Gaafannoo
13 Making Christian Marriage a Success
13 Gaaʼelli Kiristiyaanaa Milkaaʼina Akka Qabaatu Gochuu
16 : 9 ) Of course , we wish to imitate Jehovah .
16 : 9 ) Nus fakkeenya Yihowaa hordofuu akka barbaannu beekamaadha .
18 , 19 . ( a ) How has this review of Jesus ' illustrations encouraged you personally ?
18 , 19 . ( a ) Fakkeenyawwan Yesus dubbate kanarratti mari 'achuun keenya , dhuunfaatti kan si jajjabeesse akkamitti ?
18 Apocryphal Gospels - Hidden Truths About Jesus ?
18 Wangeelonni Dabalataa - Yesusiin Ilaalchisee Dhugaawwan Dhokatan Qabataniiruu ?
But soon they were worshipping a golden calf !
20 : 3 - 5 ) Taʼus , utuma baayʼee hin turin dibicha warqee irraa hojjetame waaqeffatan !
How can we use our imagination wisely to do that , and what foolish uses of imagination should we avoid ?
3 : 11 ) Kana gochuuf dandeettii yaadaan ilaaluu keenyatti ogummaadhaan fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti ?
3 : 3 , 4 ; Luke 21 : 34 - 36 .
3 : 3 , 4 ; Luq . 21 : 34 - 36 .
The Israelites are about to take possession of Canaan .
34 : 1 - 9 ) Israaʼeloonni biyya Kanaʼaan qabachuuf qophaaʼaa jiru .
6 Good Religion Promotes Brotherly Love
6 Amantii Gaariin Miseensonnisaa Akka Wal Jaallatan Barsiisa
8 : 12 ; Jer .
8 : 12 ; Er .
In the centuries that followed , the nation often turned away from God , though he sent prophets to urge them to return .
9 : 21 ) Jaarraawwan itti aananii jiranitti , sabni Israa 'el Waaqayyoof abboomamuu didaniyyuu , inni garasaatti akka deebi 'an isaan gorsuuf raajota ergaa ture .
TRY THIS : Instead of confronting your adolescent with direct questions about a particular matter regarding sex , ask how his or her classmates view the matter .
AKKAS GOCHUUF YAALI : Ijoollee keessan umrii dargaggummaarra jiran waaʼee saala kallattiidhaan isaan gaafachuu mannaa , ijoolleen kutaa tokko keessatti isaanii wajjin baratan , waaʼee saalqunnamtii ilaalcha akkamii akka qaban isaan gaafadhaa .
Why did Aaron and his companions undertake such a strenuous mission ?
Aaroniifi hiriyoonnisaa hojii rakkisaa kana jalqabuuf kan isaan kakaase maal ture ?
And to what did Asa attribute that tranquillity ?
Aasaan nagaa kana eenyurraa akka argatan itti dhagaʼame laata ?
Asha studied the Bible and came to know God as her Friend .
Aashaan Macaafa Qulqulluu qayyabachuudhaan Waaqayyoon akka Michuu isheetti beekuu dandeesseetti .
Biblical warnings are based on the reality of a global Flood . - 6 / 1 , page 8 .
Abbaan amantii kun , ijoollee 12 kan qabu yommuu ta 'u , maqaansaaniis , Ruuben , Simi 'oon , Lewwii , Yihudaa , Daan , Niftaalem , Gaadi , Asheer , Yisaakor , Zebuloon , Yoseefiifi Beniyaamini . ( Uma .
A discerning father satisfies his children 's hunger for recognition and attention .
Abbaan hubannaa qabu , hawwii ijoolleensaa beekamummaafi xiyyeeffannaa argachuuf qaban isaanii guuta .
Dad tried to keep Mother from attending the meetings .
Abbaan koo , haati koo walgaʼiiwwan irratti akka hin argamne ishii dhowwuuf yaalii gochuu isaa itti fufe .
My doing so did not please my father , who said , " You are too young to preach .
Abbaan koo kana gochuu kootti waan hin gammanneef , " Ati lallabuuf umuriin kee hin geenye .
A husband must love his wife as his own body .
Abbaan manaa haadha manaasaa akka dhagnasaatti jaallachuu qaba .
Husband and wife need to be open with each other and realize that a lack of tenderness in intimate relations can lead to problems .
Abbaan manaafi haati manaa ifatti waliin mari 'achuu kan qaban yommuu ta 'u , karaa kanaan gara laafina argisiisuu dhiisuunsaanii rakkina akka uumu hubachuu qabu .
I discovered that my husband had been unfaithful to me and to Jehovah .
Abbaan manaakoo anaafis taʼe Yihowaadhaaf amanamaa akka hin taanen hubadhe .
Rather than being offended at her initial opposition , her husband gave Roswitha opportunities to change her opinion .
Abbaan manaashee jalqabarratti mormii isheen isarratti gessisteen aaruu mannaa , ilaalchashee akka jijjiirtu yeroo kenneeraaf .
His Father does !
Abbaansaas fedhii akkasii qaba !
What words of Jehovah had come true in Joshua 's lifetime ?
Abdii Yihowaan kenne keessaa warra kamtu bara Iyaasuutti raawwatame ?
Were they disappointed ?
Abdii kutataniiruu ?
Our hope in the resurrection rests , not on what might be done with the physical corpse , but on faith in God 's ability and desire to fulfill his promises .
Abdiin duʼaa kaʼuu ilaalchisee qabnu , reeffi keenya maal taʼa laata yaada jedhurratti utuu hin taʼin , Waaqayyo abdii kenne raawwachuuf dandeettiifi fedhii akka qabu amanuurratti kan hundaaʼedha .
When Abishai crept into Saul 's camp , he did not have his loyalties in the proper order .
Abiishaayi yommuu buufata Saaʼol seenetti , dura eenyuuf amanamaa taʼuu akka qabu dagatee ture .
Respect Authority
Aboo Kabajuu
Hunters who want to catch a strong animal may dig a pit on a path often traveled by the prey .
Adamsaan bineensa guddaa qabachuu barbaadu , karaa bineensichi yeroo baayʼee irra deemurratti boolla qotuu dandaʼa .
What about Adam 's living conditions ?
Addaam haala akkamii keessa jiraata ture ?
Adam and Eve were to live forever if they remained subject to Jehovah .
Addaamiifi Hewwaan utuu Yihowaadhaaf abboomamaniiru taʼee barabaraaf jiraatu turan .
There 's a Bible verse cited here .
Ahaa , yaada kana irratti anis waliin gala .
According to the Scriptures , when Jehovah founded the earth , the sons of God " joyfully cried out together " and " began shouting in applause . "
Akka Caaffanni Qulqullaaʼoon jedhanitti , yeroo Yihowaan lafa uume ilmaan Waaqayyoo " in faarfatan " akkasumas " guddisanii sagalee gammachuu in dhageessisan . "
According to The Encyclopædia Britannica , some who called themselves Christians " wished the date to coincide with the pagan Roman festival marking . . . the winter solstice , when the days again begin to lengthen and the sun begins to climb higher in the sky . "
Akka Insaayikilooppiidiyaa Biritaanikaan ibsetti , ' Namoonni Kiristiyaana ofiin jedhan tokko tokko , guyyaan kun guyyaa ayyaana warra Roomaa warra Waaqayyoon hin beeknee isa tibbi gannaa dhumee , guyyaan dheeraa ta 'uu itti jalqabuufi aduun itti baatu ayyaaneffatanii wajjin akka walirra oolu barbaadan . '
According to Vine 's Expository Dictionary of New Testament Words , the word pneuʹma " primarily denotes the wind . . . also breath ; then , especially the spirit , which , like the wind , is invisible , immaterial and powerful . "
Akka Vaayin Eksipooziitarii Dikshinarii oov Niiwu Teestaamanti Wordis jedhamu ibsutti , jechi piniwuumaa jedhu " caalaatti qilleensa . . . akkasumas hafuura baafannu ; keessumaammoo , hafuura isa akka qilleensaa ijaan hin argamne , qaama hin qabneefi humna qabu kan argisiisudha . "
God showed such by delivering the Jews from Babylon - an empire that had a policy of not releasing captives . - Isa .
Akka seera Baabilonitti booji 'amtoonni kan hin gadhiifamne ta 'us , Waaqayyo Yihudoonni Baabilon keessaa birmaduu akka ba 'an gochuudhaan amanamummaafi humnasaa argisiiseera . - Isa .