Dataset Viewer
Auto-converted to Parquet
audio
audioduration (s)
1.63
16
text
stringlengths
14
211
text_expanded
stringlengths
14
211
Akkam akka ulfaatu immoo jaarraa hedduuf yaalamee maal irra akka gahame bu'aan kanuma atis anis beeknudha.

Kana furuufis hojjetaa akka jiran qondaaltonni BBC'n dubbise himaniiru.

Chaayinaa Lekiimaatti rooba cimaa hobomboleettin walmakeen namoonni lubbuun darbe dabalaa jiraachuun himame.

Sababni isaas Nama taanee erga uumamnee sammuu yaadu qabna.

Ergaa barbaanne erga waraabnee booda quba mallattoo maayikiraafoonii ittiin gadi qabne irraa kaasun ergaan keenya gara itti ergamutti deema.

Akkuma qaamaaf nyaanni barbaachisu sammuun dhala namaa barnootaan guddachuu qaba.

Manni murtiis Abbaan mucaa kun ji'aan birrii 120 mucaaf akka kaffaluu itti murteesse.

Sammuun madda fayyaa dhala namaati; kan dhibees achuma Dhibeen sammuu hedduun isaa sammuudhumaan dhufa.

Nama galma qabutu daandii milkaa'inaa irra deema.

Humni badii kun akka latuu fi booda irras akka babal'atuuf kan isa gargaaru inni guddaan ilaalcha dhuunfaa keenyaa fi aadaa waloo keenya.

Hoteela Boolee Oreenj Riivarirra Balaan Abiddaa Qaqqabe.

Dhaabbanni Miidiyaa Hawaasaa Tambilar Odeeffannoo SaalQunnamtiin Wal Qabatan Fuula Isaa Irraa Ittisuufi.

Ejjennoon kunis fayyadamtummaa waloo biyyoota yaa'a gadaanu keessa jiraniis kan kabachiisedhaan ibsan.

Wiirtuleen kophaatti yaaluu 26 hundaa'anii tajaajila laachaa jirus jedhaniiru.

Hawaasni guyyaa boruu irraa eegaluun gara Addababaayii Masqalaa deemuun meeshaalee qulqullinaa arjoomuu akka danda'an ibsameera.

yookiis immoo utuma haati manaa isaa of hin xureessin hafuurri hinaaffaa isatti galee isheetti in hinaafa ta'a;

Qabxiin qormaata seennii dhaabbilee barnoota olaanoo(kutaa 12ffaa) akka sirratu gaafatame.

Dargaggoon aanaa Bachoo; Eermiyaas Geetaachaw teeknooloojii 3D hojiirra oolchudhaan balaa tiraafikaa ittisuu keessatti ga'eesaa ba'achaa jira.

Yaada uummachuun toora yaadaa uummanne jala kufuu dha.

Konkolaataa kana yeroo imaltoonni irraa bu'anii konkolaataa dhiiban arguunillee waanuma baramedha.

Balaa Tiraafikaa Ittisuuf Tullu Boollon Zebraa 3D Hojiirra Oolchite.

Mootummaan bakkicha yoo abbootii qabeenyaa dhuunfaaf gadi lakkisaa dhufe faayidaan isaanii waan jalaa tuqamuuf

Kaleessa galgala Moqaadishootti balaa boombii humnoonni balleessanii baduu geessisaaniin lubbuun namoota 15 darbuun ibsameera.

Namoota lubbuun isaanii darbee keessa 32 lammiilee Keeniya 18 Kanaadaa 18 Itiyoophiyaa yoo ta'an walii galaattii lammiilee biyyoota 35iti.

Afaan isa tokkoo cuqqaaleetu inni biraa waggaa guutuu akka haasa'u taassisa.

Waggoota sadin booda warshaalee biyya keessan itti fayyadama qoricha harka 50 akka ta'uf xiyyeeffannoon hojetama jiraachuu ibsame.

Isaan akkuma mallattootti maqaan gosa kudhan lamaanii adduma addaan keessa lixee tokko tokko irratti kan qirixame in ta'u.

Kanaan dura seera walfakkaatadhaan dirqamaa kan turan namoota biyyoonni isaanii shororkeessummaa deeggaruun mogga'an ture.

Sababni googiil fuula googiil+ cufeefis fuulicharraa bu'aa barbaadamu waan irraa hin arganneefis jedhameera.

Kaadhimni milkii itti gaafatamummaa fudhachuuf qophaa'aadha.

Preezdaant Saahilawarq turtii isaanitiin sochii Itiyoophiyaan teeknooloojii dijitaalaa dagaagsuuf taassisaa jirtu irratti haasawaa ni taassisu jedhamee eeggama.

Imimmaan namoota gaaftokko galaana ta'ee sammuu kee nyaata.

Teeknooloojichi poolisiin ergamaaf dirreetti bobbaafame waan naannorra jiru waraabudhaan wiirtuu jiddugalaatti akka ergu gargaaru.

obboleettiin isaa immoo wanta mucichi ta'u ilaaluudhaaf irraa fagaattee in dhaabatti turte.

Kanaan ala wanti miidiyaalee hawaasummaatin darbaa jiru soba ta'uu beeksisee ammasitti obsaan akka isa eegan dhaamera.

Kaaribiyaan ammas hobomboleetti cimaa biraan rukutamuufi.

Itiyoophiyaan lammiilee buqqa'aan deeggaruu fi deebistee dhaabuuf qophii fi dandeettisaa akka qabdu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsaniiru.

Humni raayyaa ittisa biyyaa Iiraan cimuun kabajamnee nagaa barbaachuu keenya mirkaneessas jedhaniiru.

isa ture irraa kaanee ijaaruu yaaluurra yeroo keenya irra caalaa diiguudhaaf kan balleessinu waan ta'eefi dha.

suppar inteendantii olaanaa Taklaay Hayluu Takla Haymaanoot.

Kaameeraawwan Nageenyaa Birrii Miiliyoona 43 Finfinneetti Dhaabamaa Jiru.

Bakki qubannaa kunis gabbisa teeknooloojii raayyaa ittisaa fi buufata loltootaa ta'ee akka tajaajiluuf dhiyeenya ijaarrame.

Raashiyaan oomisha meeshaalee waraanaa haaraa cimsitee akka itti fuftu beeksiifteetti.

Borofni Minilik jedhaniifi Itiyoophiyaa qofa keenya qofatti argamullee paarkii kana keessa jira.

Sirreeffamtoonni 400 gara Amala Sirreessaa Shawaa Roobiit akka dabarfaman yammuu taasifaman dhiibbaan mirga namoomaa hamaan irratti raawwatameera.

Sammuun dhala namaa barnoota sirriin gabbatee jiruufi jireenya namaa jijjiiruu qaba.

yeroo saamichi gamtaan raawwatamu babal'atee fi dagaage keessatti argamna.

yaa'ii Caffee kana adda taasisa jedhan.
yaa'ii Caffee kana adda taasisa jedhan.
Hattoonnis sodaachuu jalqabu.
Hattoonnis sodaachuu jalqabu.
Waaqayyo immoo attamitti isa keessaa akka isaan oolche abbiyyuu isaatti in hime.

Daandiin Qilleensaa Ameerikaa hanga Caamsaa 28tti balaliin xiyyaarota Booyiing 737 akka hin jirre beeksiseera.

Boordin hoji raawwachiisaa yuunvarsiitichaa walga'iisaa gaggeessen sadarkaan proofeesarummaa akka laatamuuf murteessera.

Maalumaafuu itti yaadi.
Maalumaafuu itti yaadi.
Kooriyaan Kaabaa misaayilota lama Kibxata kan dhukaaste yoo ta'u torban lama keessatti yeroo 4ffaa dhukaaste.

Qorannaan kun daa'imman yeroo isaanii malee dhalatan ulfaatinni isaanitis baay'ee gadi aanaa ta'anirratti kan gaggeeffame.

Ministir Deettaan Damee Albuudaa aadde Simanyi Wubee ibsaniiru.

Gaafa biyya Gibxii baatee jalqabdee hamma guyyaa iddoo kanatti galteetti Waaqayyo irratti ka'aa turte.

Fakkeenya gaggeessaa kana fakkaatuu tokkon siif hima.

Dhumarrattis balaan sun kufaatii isaaniitiif sababa kan ta'u guutamuu dhabuun fedhiiwwan uummataa komii hadhaawaa uumee boba'aa diddaa uummataa qabachiisuu waan ta'uufi dha.

Manneen barnootaa aanaalee tokko tokkotti hojiitti hin deebine hojii idileetti deebisuuf mariin taasifamaa jira.

Godina Jimmaatti oomisha Bunaatti aanee kan oomishamu Boqqoolodha.

Kabajni isaa tuqamuu irra falmachaa du'uu filata.

yeroo ammaa kana lakkoofsi isaanii xiqqachaa dhufee bineeldota baduu malu jedhamee yaadda'amaa jiran keessatti argamu.

Kan xaxee nama kuffisu illee yaada irraa ka'eeti.

Hacuuccaan inni kun biyyoota dimookiraatawaa ta'an keessatti illee kan mul'atuu fi hacuuccichi ta'e jedhamee kan hin raawwatamne

injifannoo Raayyaan ittisa biyyaa garee juuntarratti goonfates gammachuu itti dhagahame ibsachaa jiru.

Kunis yaanni libiraalizimii ijaarsa dhaabbilee qofa irratti rarra'e fagoo akka nu hin deemsisne nutti agarsiisa.

Moosaajichi humna simannaa dhaabbilee barnoota olaanoo ilaalcha keessa kan galche jedhameera.

Hojiin Dizaayinii baatii 1 keessatti xumuramee kan dhiyaatu ta'uu ragaan Komishinicharraa argame ni muul'isa.

waan ani si abboome hundumaa akka godhaniif warra ogeessota hundumaaf ani ogummaa kenneeraaf.

Waa'ee ofii isaas ta'ee dhugaa addunyaa isa sitti beekee akka fedhetti qajeelchuu danda'a.

Oomishtummaa guddisuuf dhaabbileen oomisha eegalan daa'imman illee otoo hin hafiin saamicha humnaaf kan saaxilu

Sababii quubsaa hin taaneenis filannoo bara kanaa itti hin hirmaannu jechaa jiru.

Kun ta'uu baannaan garuu dursummaa isaanii dhiisanii bittummaatti jijjiiramanii jiru jechuu dha.

Galmeewwan 175 ammoo adeemsa irra jiru jedhan.

Galmi keenya yeroo jenneefi haala lafarra jiru waliin wal simatee hojjetamuu danda'uu qaba.

Kanaan walqabatee Ejeensiin Niwuukilaara Raashiyaa qorattoota shanaan kanaaf magaalaa Saaroovitti sirna yaadannoo fi ibsaa gaddaa adeemsiisaniiru.

Namticha Bidiiruu Barmeeliin Atilaantikii Qaxaamuruuf Imala Eegale.

Fedhii jiraachuu ofii mirkaneeffachuu fedhii kallattii fi fedhii al-kallattii jechuun kutaalee bu'uuraa Iamatti qoodnee ilaaluu ni dandeenya.

Kanaafuu itti yaaduu gaafata.
Kanaafuu itti yaaduu gaafata.
Dhibeen kun hedduminaan Xaaliyaanirraan gara Afrikaatti babal'ate jedhame.

Konfiransichi torban tokkoof tura jedhameera.

Liqimsuus dhiisuus ni dandeessa.
Liqimsuus dhiisuus ni dandeessa.
Namni kun humna waraanaa hin qabu.
Namni kun humna waraanaa hin qabu.
Aanichatti dhukkuboota daddarboo ittisuuf hojii hojjatamaa jiruun hawaasa gandoota gammoojjii keessaa jiratan dhukkuba busaarraa baraaruuf hojjetamaa jira.

Wayita kabaja ayyaanichaa hoggaanaan Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii naannichaa aadde Miskiyaa Abdallaa

sababa akkaataa ajaja mana murtiitiin raawwachuu dhabaniif poolisii federaalaatiin too'atamanii mana murtiitti akka dhihaatan ajajee ture.

yaa'ii idil addunyaa kanarratti qorannaan dhiyaachun galtee ta'a jedhaniiru.

isin hundumti keessan ani Waaqayyo akkan ta'e akka beektaniif kana godheera jedhe.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Fooramii Diinagdee Addunyaa Boorgee Briindee waliin mari'atan.

namoonni kunis milishoota TPLF ajjeechaa Maayikaadiraatti mudate keessaa kanneen harka qabanidha jedhan.

Gamtaan sooviyeet Dargii deeggaruu ishii irraan kan ka'e yeroo Maa'o'izimiin Chaayinaa akka filannootti dhihaate ture.

akkasumas murtoowwan damee fayyaa guddisan laachuun murteessaa ta'uu Ministir Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan ibsaniiru.

Safu-dhabdummaa irraa gara safu-qabeessaatti of jijjiiruu qabu.

Ergaa tiwiitariin darbe hordofuun gabaan aksiyoona dhaabbatichaa kan ol ka'e yoo ta'u gadi deebisuuf dirqisifamanii turan.

Geejiba tajaajila uummataa mijataa gochuu keessatti ga'ee akka qabus eerameera.

Barataa Geetaabaalaa Makuriyaa saaykilii bishaanirra deemu hojjete.

Dhalli namaa haalota kannneen keessa darbuun dandamatee har'a gahe.

Naannoo magaalaa Buuteetmoo jedhamuttis vaayrasichaan lubbuun dubartii 11 darbeera jedhame.

Namni waa hojjetu ni ta'a jedhee abdiidhaan yoo hojjete milkaa'a.

End of preview. Expand in Data Studio
README.md exists but content is empty.
Downloads last month
24