Dataset Viewer
audio
audioduration (s) 0.38
349
| text
stringlengths 16
221
| speaker
stringclasses 130
values | split
stringclasses 1
value |
---|---|---|---|
ani akka kaleessaa birmadummaa hin qabu | SPKR279 | train |
|
ta'uu baannaan jireenya gadadoo jiraatu | SPKR279 | train |
|
galma kaayyachuun bu'uura galma gahuuti | SPKR279 | train |
|
kanas yoo beekumsa fayyadame jechuu kooti | SPKR279 | train |
|
waajjira yoon dhaqes dhukkubbii malee hojiis akkan hin hojjenne nan hubadhe | SPKR279 | train |
|
qabsoo oromoofis fira yeroo dheeraati | SPKR279 | train |
|
kan si leenjisuu san atuu beekta | SPKR279 | train |
|
hoo'ifataa ture jedhu maanguddoonni seenaa himan | SPKR279 | train |
|
ba'anii walwaraanaa jiranis ni fakkaatu | SPKR279 | train |
|
gorsi ogeeyyiis akka gargaaru himti | SPKR279 | train |
|
kubbaan galma ishee gahuuf humna keessaafi alaa fayyadamti | SPKR279 | train |
|
egaa margaan asitti dhalate guddate | SPKR279 | train |
|
obseenis dhuftee nu ilaaluuf karaa jalqabdeetti | SPKR279 | train |
|
waaqni isra'el yaahiqobiin jaallatee esawuu maaliifjibbe | SPKR279 | train |
|
sigigaadheen boolla fagoo sana seene jechuun ta'ii gaafasii yaadata | SPKR279 | train |
|
keessattuu ijaarsa bu'uuraalee misoomaatiif hedduu nu barbaachisu | SPKR279 | train |
|
qabeenya dhabanii boru horuun yoo sammuu qabaatan ni danda'ama | SPKR279 | train |
|
iji reeffa dhalasaatii awwalcha isaatii geggeessite | SPKR279 | train |
|
gara qaamolee keessaattis yoo gad dhufnu onnee | SPKR279 | train |
|
duduuban natti hin maltuu garaan kee naf nagaadhaa | SPKR279 | train |
|
namootuma hoogganaa naannoo sanii jedhameetu qabsiise | SPKR279 | train |
|
kan biraarraa kan addaa wanti inni beeku hin jiru | SPKR279 | train |
|
dogoggora kenniteef jedhee komate | SPKR279 | train |
|
qaamni hanna hir'isuuf hundaa'ee hattuu ta'ee argameera | SPKR279 | train |
|
fageenya miilidhan lakkawamuun fuullee walii jiru | SPKR279 | train |
|
garuu itti gaafatamummaasaa eenyutu fudhataa jette biqiltuun | SPKR279 | train |
|
har'a jireenya addunyaa kanaa tokko jettee eegalta | SPKR279 | train |
|
akka isheen jettutti sirni raashiyaa dulloomaa jira | SPKR279 | train |
|
kuni kutannoo agarsiisa anatti jedhan | SPKR279 | train |
|
sababa kanaaf gatii gadi bu'aan gurgurraa | SPKR279 | train |
|
akkuma namuu hubachuu danda'u dhalli namaa yoo of beeke ofirraa hin baqatu | SPKR279 | train |
|
nu faana hojjechuu qabda jedhu | SPKR279 | train |
|
haalli ummanni oromoofi qabsoon isaa yeroo ammaa keessa jirtu maal fakkaatti | SPKR279 | train |
|
waajjira aadaafi tuurizimii magaalichaarraa odeeffatee ture | SPKR279 | train |
|
waan waa eeganis ni fakkaatu | SPKR279 | train |
|
si'achi namni barattoota kufan kana abdatuyyuu hinjiru | SPKR279 | train |
|
achiin booda ammo gara biyyoota awurooppaa biraatti babalachuutu himama | SPKR279 | train |
|
dhalli namaa garuu lubbu qabeeyyii kaan irraa wantoota hedduudhaan adda ta'ee argama | SPKR279 | train |
|
mootummaan biyya kanaa baasii isaanii hunda danda'ee barsiise | SPKR279 | train |
|
dhimmi kun namoota hundas ni ilaallata | SPKR279 | train |
|
inni garuu ana se'ee ture | SPKR279 | train |
|
irbaata lagaa ta'e obbo ashabbir | SPKR279 | train |
|
kumaatamaan lakkaa'aman ajjeefamaniiru '' jedheera | SPKR279 | train |
|
sammuun gabroome waa'ee isaa namni biroon akka mirkaneessuuf barbaada | SPKR279 | train |
|
margaan irra deddeebi'ee sa'aa ilaala | SPKR279 | train |
|
biyyi masaraadha jedheeti dadhabee kan ijaare | SPKR279 | train |
|
jaalallisheen dhiphisaa turte kana booddee maqaa koo akka hinxureessine | SPKR279 | train |
|
tokkoon akka waligalan taasise | SPKR279 | train |
|
akka dabsuu gootee balaa isa mudate kana salphiftee itti himte | SPKR279 | train |
|
daldalli alaa garuu laafaa dhufe'' jedhu obbo xilaahun | SPKR279 | train |
|
fala argamsiisinnaa' jechuun gaafatu | SPKR279 | train |
|
waa dhufuu akka danda'u ''wallaaleeti miti '' jedhu | SPKR279 | train |
|
uggura jala kan jirtu amma daangoftee jirti | SPKR279 | train |
|
galmaafi galmee mataa kee hoo kaayyattee | SPKR279 | train |
|
itti fayyadamuu fi dhiisuun mirga jechuuf malee | SPKR279 | train |
|
humni kun ammoo humna kallattii alaatti harkisuu dha | SPKR279 | train |
|
namni gara hojii deemu nyaara guuruun waan hin malle | SPKR279 | train |
|
yeroo sana akkan du'u keessikoo amaneera | SPKR279 | train |
|
bultii ijaarrachuutti seenuu shamarran oromooti | SPKR279 | train |
|
humna nageenyaa biyyattii daran cimsuuf hojiilee hojjatamuu qaban muraasa asitti akeekna | SPKR279 | train |
|
''warri mana sakattaa'aa turanii manasaa ta'uu hin beekne | SPKR279 | train |
|
garuu seerallee miti ka'een waa si gaafadha | SPKR279 | train |
|
akkamiin kaayyoo kee galmaan geessee seenaa kee galmeeffatta | SPKR279 | train |
|
biyya bulchuuf dandeessisu hin horanne ture | SPKR279 | train |
|
namni kun humna waraanaa hin qabu | SPKR279 | train |
|
hojimaata paartii keessaa hangafti ammoo qabsoo keessooti | SPKR279 | train |
|
kanaafuu atis ilaalcha keetiin misooma naannoo keetii tumsuuf ilaalchikee ilaalamuu qaba | SPKR279 | train |
|
meeshaa olaanaatti nama gargaaruudha' jedha | SPKR279 | train |
|
marsaa biraan akka itti fufaniif gaafate | SPKR279 | train |
|
beenyaa yemmuu dhageessutti baay'ee gammaddee akka malee kolfite | SPKR279 | train |
|
kun hundi ammoo yeroo gaafata | SPKR279 | train |
|
biiroo jechuun biiroo industir ii fi misooma magaalaa oromiyaa jechuudha | SPKR279 | train |
|
namootni baay'een haala kanaan bulchiinsa biyyaa keessatti hirmaatu | SPKR279 | train |
|
ittumaan karaa saaquuf malee ishee kana qofaa miti gaaffiin ijoollee kanaa | SPKR279 | train |
|
waanuma ani jechuu sodaadhe gadi roobsaa jirta jechuu hin hafu | SPKR279 | train |
|
ammas ni yaadatte hammumaan kanallee osuun du'ee hin gaabbu | SPKR279 | train |
|
waa malees akka maraataatti qofaa hin jiraannu | SPKR279 | train |
|
ni kenna bu'aa isaas ni hordofa | SPKR279 | train |
|
kanaafuu kaadhimni milkii akkam ta'uun milkaa'aa | SPKR279 | train |
|
boonsaas dubbiin kun qoma isa qabate | SPKR279 | train |
|
osoo kufaatii dheessanii warri akka hin kaanetti kufan illee danuudha | SPKR279 | train |
|
garuu yoo dhiifte ijoolleen ishee kan duraarra isheetti qabamu | SPKR279 | train |
|
eebbaaf guyyoonni afur yoo hafan ammas irra deebiin qabaman | SPKR279 | train |
|
faannoon socho'uun nageenya booressan irratti tarkaanfii fudhanna'' jedhan | SPKR279 | train |
|
kanarraan kan ka'e mana hidhaatti dabarfamee | SPKR279 | train |
|
caffee irrattuu dubbachuu dadhabne nu ukkaamsu | SPKR279 | train |
|
hayyama qaama dhimmi ilaallatuun kaffaltii malee itti fayyadamuu ni danda'a | SPKR279 | train |
|
kontiraatni isaanii yeroo gannaa dhufu kana waan xumuramuuf | SPKR279 | train |
|
hayyuun itti dabaluun faayidaa faaruu yommuu ibsitu | SPKR279 | train |
|
tarsiimoon baafames jijjiramoota sadan kana hubannoo keessa galchuudhaani | SPKR279 | train |
|
kana godhee galgala galgala mana isaatti deebi'a | SPKR279 | train |
|
bonni gaafa hammaatu biqiloonni bishaan isaanii qusachuuf hedduun baala harcaafatu | SPKR279 | train |
|
garaa hin ilaalu garaaf hin dhiita'u | SPKR279 | train |
|
garuu ammoo gara mirgaatti fagaatanii furga'uunis miidhaa qaba | SPKR279 | train |
|
yeroo inni itti barbaadutti waan dhaqeef isa simata | SPKR279 | train |
|
yeroo sanitti kana gochuuf yeroo hin arganne ture | SPKR279 | train |
|
kana jechuun immoo keessoon kubbaa afuuraan guutuu qaba | SPKR279 | train |
|
garuu ijoollee durbaa ofitti siqsanii gorsanii jajjabeessuun guddisuutu maatiirra jira jetti | SPKR279 | train |
|
wayita mariin deemaa tureetti dibbee waraanaa tumuun tolaaf hin turre | SPKR279 | train |
|
sammuun qullaa miti qaaman qullaa deema | SPKR279 | train |
End of preview. Expand
in Data Studio
README.md exists but content is empty.
- Downloads last month
- 86