id
stringlengths 1
6
| text
stringlengths 2
6.37k
|
---|---|
100 | Gosti Oromoo Warjiin kuni jaarraa 9ffaa dhaa hanga xumura jarraa 12ffaattis naannoo Shawaatti mootummaa Islaamaa ijaaree ofbulchaa turuutu himama.
|
101 | Waan hedduu cimoo ta’an dirqama fi quuqama lammii keenyaa waan qabnuuf ni mari’anna.
|
102 | Previous articleADO, ABO, KWO fi ABO-T Oromoon weerara ‘Liyyuu Poolisiin’ irratti bane ufirraa akka faccisuuf waamicha dhiyeessan
|
103 | Ministirri Muummee maaliif akka kana filatan naaf hin galu,'' jedhan.
|
104 | Dhaabbatichi qorannoo taasise irratti mootummaan qorannoo taasisee deebii kennuuf osoo juruu gidduutti ibsichi bahe jechuun Aadde Adaanach himaniiru.
|
105 | Magaalaa tana keessatti muslimoonni Masjiida akka hin ijaaranne dhorkamanii jiru, yoo namni muslimaa magaalaa kana keessatti lubbuun isaa dabarte iddoo awwalchaa argachuu hin danda’u.
|
106 | Baraartonni lammii Biriitish gordumsoo dand'an lama duula ijoollee barbaachuu kanatti makamanii Wixata galgala argan.
|
107 | Ummata keenyas dammaqsuuf do’ii garagaraa qopheessaa turre.
|
108 | Page keessaan akka dhuunffaa kootiitti hedduun irraa fayyadamuutti jira yoo rabbiin irratti na gargaare nuuf jabaadhaa isiniin jedha beekumsa qabdan nuuf gumaachuf
|
109 | Lafeen goota kanaa bartokko biyyati deebitee siidaa iseen jala ciiftu dhaloota dhufee darbu hundaan akka fakkeenyaatt ni dawwatama jennee haa abdanu.
|
110 | Ibsoonni ayyaana duraa, qaamoota adda addaan ba’aa turan, figichaa hanna siyaasaan kan haguugaman turan.
|
111 | Egaa qabsoon AK maddi saanii sanyii fi bifaan adda haa ta’an malee qabsoo namoota AK gidduutt gaggeeffame ture.
|
112 | Waraanni Israa'eel Sooriyaatti bakka kuusaa nikulaaraatti jechuun shakkite bara 2007 haleeluu ishee ifatti amanteetti.
|
113 | (Ibsa Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa (THBO) Irraa Kenname)
|
114 | "Sabboonummaa jechuun eenyummaa keetiifi saba irraa dhalatteen boonuudha," jedhu.
|
115 | Muummichi Ministeeraa Hooggantoonni godinaalee fi aanaalee naannoo Kibbaa kanneen dhiheenya waldhabbiin keessatti uumamee ture aangoo isaanii akka lakkisan gaafate.
|
116 | Haleellaan QBO irratt tolfamaa jiru kan xiyyeeffate fedha walabummaa irratt qofa osoo hin tahin tokkummaa sabichaas ni dabalata.
|
117 | Dhukkubni kun yoo xiqqaate nama …
|
118 | Essa gayuudhaaf tiratta jettanii yoo gaafattan namoota kanniin irraa kan argattan deebii gabaabaa fi ifa ta’e tokko.
|
119 | Browse full list Rather search by typing?
|
120 | Waa’ee arrabsoo dhiistanii maaliigmf gara qabsoo Oromoo itti cimu hin yaadne?
|
121 | Bara 1994 Jarmanii barsiisa Wangeelaatiif dhaqanii waa'ee Itoophiyaa guyyoota sadii soomaan boo'anii kadhachaa turan.
|
122 | Erga mucichi bahe booda dura kaatee manatti galee
|
123 | Tumsa [Alliance] jedhamuun paartiin beekamu kun ammoo MM Abiy akkuma jirutti tilaamaamaan waggaa tokkoof aangoo isaa irra turuun hanga filannootti biyya kana osoo gaggeessan furmaata taha jennee amanna jedhan.
|
124 | Haata’uutii reebichaa fi hiraarsaa isa irra gahaa tureen miidhaan qaamaa fi qalbii akkasumas miira isa isaa irra gahee jiru fayyuu fi dandamachuuf brimannaa sabboontotaa akka barbaadu dhaamsi nu dhaqqabe ni hubachiisa.
|
125 | e) Bu’uura Keewwata kana Keewwata Xiqqaa 3 (a) tiin eericha ykn iyyannicha gara Koree Dhaabbitti yoo qajeelchuu, namni eeruu ykn iyyannoo dhiyeesse kanuma akka beeku taasisuu qaba.
|
126 | Keewwaticha kana jalattis naannoolee humna poolisii naannoosaanii ni ijaaru, ni hoogganu, nageenyaafi tasgabbii naannosaanii ni eegsifatu jedha.
|
127 | Bara 1876 tti Robert Koch nama jedhamuun akka dhukkuba fidu qoratamee kan ture dha.
|
128 | Kanneen hanga ammaatti jaarmayota Oromoo hoogganan dogoggora dabre irraa barachuu dadhabuun rakkoo guddaa qabsoon saba Oromoo mudattee dha.
|
129 | Kitaabni qulqulluun kan inni nu barsiisuu faallaa isaati.
|
130 | Jeneraloonni waayyaannee dhalattoota Oromoo fi Amaaraa raayyaa ittisa biyyaa keessa jiran sababa adda addaa uumuun gaggeessuun namoota olantummaa isaanii mirkaneessaan muuda akka turan himameera
|
131 | Ammayyuu biyyooti shan waldaa BRICS jedhamu dhaabbatanii jiru.
|
132 | Dr Geetaahun barreeffamoota qorannoo adda addaa barruulee biyya keessaafi biyya alaa irratti maxxansiisuun isaanii himameera.
|
133 | Gazexessaan kun gabaasa dhaabbatichi gaazexessitoota bara kana keessa hidhaman jalatti maqaan isaa dhahamee baruma walfakkaatuutti kanneen ajjeefaman keessattis eeramuun ''gara jabina mootummaan Iraaniif ragaa dha'' jedha Siimoon.
|
134 | Marii dhumaa bara 2015 keessa taasisaniin booda walitti dhufeenyi biyyoota lamaan giddu ture yeroodhaa yerootti badaa deemeera.
|
135 | Kana egaa dheekkams kan isin lamaxe.
|
136 | Kunis harcaatii haaqabaatu iyyuu malee hattoota lafaa fi albuuda Oromoo saamanii ittiin ofii fi murna isaanii ijaarrataa turan gab-godhee jira.
|
137 | Haawwota , abbootaa fi obboleewwan kanneen irraa wareegaman cufaa rabbiin nu haa jajjabeessu waliin .
|
138 | Raayyaa waraanaa qofaa osoo hin taanee, humni polisii fi humni Tikaa wayyaaneen hogganamuu Oromiyaa keessaa ba’uu qabaa.
|
139 | 4Isaan iddoo isaa isa ulfinaatii, … Dubbisu itti fufaa _ Continue reading →
|
140 | ''Qubee Afaan Oromoo seera qabsiisuudhaan hayyuu saba Oromoof gumaacha taasise'' jedhamuun ammoo Dr.
|
141 | Yaamicha nuti miseensonni ABO fi Miseensotni WBO-Godina Kibba Bahaa Miseensota ABO-fi Sab-Boontota Oromoof dhiheesinerrati yaada Gantuun sabaa kan Lencho ofiin jedhu barreese waan argineef deebii gabaabduu kana kennuufiif dirqamne.
|
142 | [koo-koo-spit, koo k-oo-] /ˈku kuˌspɪt, ˈkʊk u-/
|
143 | ” jettee gara jaartii akeette Ruufo.
|
144 | Hawaasni keenya gama isaatiin qabsoo jalqabe itti fufuun madditti <> dhaabuu irratti hojjachuu qaba.
|
145 | Hammasitt giddesitoota haa ta’ani keettoo diinaan kan himamu hundi hololaa.
|
146 | Akka seeraatt Ihaadeg goloota Itophiyaa keessaa tokko.
|
147 | Namni Jarmanii kan umurii isaa guutuu waayee Oromoo fi uummatoota Kibbaa qorate, Mabba (Unbarsitii) Firaankifurtii-tti barachiisaa kan ture, Eike Haberland akka Oromoon durattumaa qonnaa fi horii-horsiisuun jiraatu, ragaa hanga harraattuu eenyumtuu dura ijaajjuu hin dandeenye nuuf dhiyeesse.
|
148 | Akka ragaatti ummata darban kan akka ummata Nuh, Ad, samuud, ummata Luux, Madiyan, Fira’awn fi kkf ilaalun ni danda’ama.
|
149 | Tajaajilaan waldichaa Birhaanuu Daani'el "Onesmos Nasib dubbii waaqayyoo qofa osoo hin taanee dubbii Afaan Oromoo addunyaaf beeksisuu keessattis qooda guddaa qabu" jechuun himu.
|
150 | Kanafuu Wayyanee buqisuu qoofa jeedha fula 324 hanga 380 Kanaaf ammoo Darggagoo fi ummatii Oromoo gurma’an qabsa’uu qabu jeedha fula 592 – 679 dubsa.
|
151 | Hi akka to u nd Akki.
|
152 | Waayee dhimma Sabboonummaa kanarratti waa baa’yeetu jedhamuu fi fakkeenyota hedduutu dhiyaachuus danda’u.
|
153 | Kuusdeetaa(detabase MYSQL, SQL, …) qabaachuu qabdu.
|
154 | Obbo Baqqalaa Garbaa gama isaatiin muummichi ministeera poolisiin dirqisiifamee gara mana murtichaa akka dhiyaatuuf gaafate.
|
155 | Harka isaa isa cubbuu qulleesee dhiqata
|
156 | Kanneen mootummaan Habashaa biyya saa irraa kolonota addati hin laalle jedhan akka lafti saanii itt bulfamu ilaalun ni gaha.
|
157 | "Imaammata diinagdee kessatti wanti tokko guutummaatti sirriidhas dogoggoras jechuun hin danda'amu, garuu maaltu dura ta'uu qaba waan jedhu xiinxaluun barbachisaadha," jedhu.
|
158 | ''Kubaaniyoonni hojii gaarii raawwachuufi namoonni sagaleensaanii akka waraabamuuf filachuu mirkanneefachuu qabaatu,'' jedhaniiru daarektarri olaanaa Garee 'Open Rights' Jim Kilok.
|
159 | Hanga oromiyan bilisomtuutti jiru koo mijeffadhee jirachuun naf hin mijatu.
|
160 | Jireenya hawaasa Musliima fi kutaa jireenya isaanii kamuu too’achuu keessatti shoora ol anaa kan taphatu Masgiida.
|
161 | Warraaqsii Biyyooleessaa Oromiyaa FXG Gootoota Qeerroo Barattoota Oromoo fi Uummata Oromoo Magaalaa Amboon Itti Fufee, Warraaqsaa Kana Dura Dhaabbaachuuf Waraanni Koomandii Poostii Wayyaanee Dhukaasaa banuun Yeroo Ammaa Magaalaan Amboo Dirree Waraanaa Fakkaattee jiraachuu Qeerroon Gabaase.
|
162 | 'Durba fuudhanii cidhaa osoo galanuu ajjeefaman' ''Itoophiyaan yoo jiraatte amma raayyaa ittisa biyyaa keessa jirti'' Yakki loltoota kanaan raawwatame, akkaataa danbii raayyaa ittisa biyyaattis dhaabbaticha waan bakka hin buuneef akkuma yakkamaa kaanii isaan irrattis ol'aantummaan seeeraa mirkanaa'uu qaba jechuun, hoggansi raayyaa ittisaa naannicha jiru shakkamtoota dabarsee nuuf kenne kan jedhan ammoo, Abbaa Adeemsa qorannoo Yakkaa fi murtii Haqaa kennisiisaa aanaa Saasiggaa Saajin Olaanaa Dimbaashaa Tarfaasaati.
|
163 | jechuun mani marii Oromoo “Menelik Genocide against Oromo and Othe Ethiop’s” Dr.
|
164 | Biyyooti olla keenyaa ammoo akka nuuti isaan keessatti qubsuma hin dhaabbanneef wayyaanee waliin maal akka raawwatan garaatu nu beeka.
|
165 | Lola Tigray: 'Tigraayitti daa'imman miiliyoonaan lakkaawamaniif qaqqabuun hin danda'amne'-UNICEF
|
166 | Chaampiyoons liigichaan taboonni ramaddii jalqabaa har’a galgala itti fufu.
|
167 | Maayii irratti uummatni Oromoo mirga siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaa humna qawween irraa sarbame wareegama barbaachisu baasee of harka galfachuuf dandeettii kan qabu tahuu hawaasa addunyaa hubachiiisuu barbaada.
|
168 | Harkifachuu ijaarsa hidha haaromsaa fi furmaata kaa'ame Ejjeennoon Sudaan hidha Haaromsaarratti jijjiiramaa laata?
|
169 | Waaqni ani waaqessu Waaqa dhugaa dha
|
170 | Agaazii akkasii booyichaa fi gaddaan malee injifannoon gara Maqaleetti deebi’uu hin danda’u.
|
171 | Gahee ummata Oromoo Itoophiyaa ijaaruu keessatti
|
172 | Hidhataa fi waraanni Wayyaanee mooraa kiiloo 4,5 fi 6 akkasuma koollejjiwwan Finfinnee keessatti argamu dhuunfatuun marsanii meeshaa waraanaan barataa qalama malee hin qabne eegaa jiru.
|
173 | Garuu darbee darbee jallatanii akka itti heerum amananiif ni garafamu turan.
|
174 | Gara iyya namaa dafe kan dhaga'u
|
175 | Gadi aantummaan akka itti dhagahamu kan sababa ta’ee maatiidhaa jechuudha.
|
176 | Kuufaatii Dargii boodas chaartarii yeroo cehumsaa bara 1983-1987 (ALI) tumameen magaalaan Finfinnee akka naannoo of dandeesse tokkootti ክል 14 jedhamtee akka of bulchitu labsamee ture.
|
177 | Guutuu ta’uu baatuus ummanni Oromoo aadaa fi duudhaa isaa sodaa tokkoo fi heyyama halagaa malee dhugeeffachaa fi gaggeeffachaa jira.
|
178 | akka fakkeenyatti osoon isiniif kaasee ani jiraataa aanaa jalduu godina shawaa lixaati, innis waahee ibsaa osoo fudhannee tajaajilli ummanni ibsaa irraa argatu baayyee gad aanadha.
|
179 | Kaayyoon isaa ogeeyyiin fayyaa salphaatti adda baasanii akka waldhaananiidha jedhameera.
|
180 | Kanaaf, guyyaan irreechaa kun “Ayyaana Birraa” jedhamee beekama.
|
181 | Barruunqabi seenaan haatahu, shakala guyyuun, Habashaan waan saame nama biraaf hiruuf banaa miti.
|
182 | “Fitnaan ajjeechaa caalaa hamaa (badaa) dha.
|
183 | ‘’Wal fakkaattiin wal barbaaddi’’ jedha mitii ree Oromoon?
|
184 | Nageenya biyyatti mirkaneessuuf akka fuurmaatatti kan dhiyaate kan biraa, hiyyuummaa salphisisu ykn ummata haala qabatamaan hiyyuummaa keessaa baasuu dhaa.
|
185 | Gaaf tokko, uummata walgayii waamtee, “namoota gabaaba ta’an mara akka fixxan” jettee labsii (ajaja) dabarsite.
|
186 | Barnootni intarneeta irratti of eeggannoof barbaachisoo tahan itti fufa…
|
187 | Fuulduratti baatee qilleensa of hin rukuchiisiin, bishaan biraan hin darbiin fudhadhu, yeroo bishaan fudhatan akka sitti hin buune irraa fagaadhu," jedheetu na gorse jedha.
|
188 | Akka naaf galetti kaayyoo ganamaa kan jedhamu sun Walabummaa Oromiyaa mirkaneessuu fi Mootummaa Birmadummaa Oromiyaa ijaaruu natti fakkaata.
|
189 | Ani inni yaada kana barreessu kaleessa hin dhalanne, yeroo wanti ati xibaartu kun uumame nama ga’eessan ture, akka gaarsiittan quba qaba.
|
190 | Kanaaf ammoo kongireesiin biyyaalessa Amerikaa irratti walii galuun biyya Itiyoophiyaa akka fedhii isaaniitti seenuun badii dhiibbaa mirga dhala namaa irra ga’aa jiru kanneen akka ajjeefamuu, hidhamuu fi mirga yaada ofii ibsachuu dhabuu lammileerra ga’e qaama walaba ta’een qoratee seeraaf akka dhiyeessuu dha.
|
191 | Akkasumas keessoo caasaa geengoo dil’uu irratti argamuu ykn kotileedonarii kan jedhamu irratti maadaan seelii du’ee baay’inaan argama.
|
192 | Adeemsa Hojii Qophii Karooraa hordoffii fi gamaaggamaa raawwii TMG hojiirra oolchuu fi galma gahumsa karooraa keenyaatiin barbaachisaa tahullee caasaa nuuf ergamerratti waamamaan gita hojii kennameefi waan hin dhuminiif biiroo hojii fi misooma magaalaa oromiyaa gaafachuun humni namaa lama karaa Waajjira SSO tiin mirkanaa’ee akka nuuf ergamu kan gaafatamu tahu.
|
193 | Amaloota isaanii dhaaluun hiyyummaa keessaa akka baanuuf sababa ta'uu mala
|
194 | 2 moo-a pelot-ti kun Äi-ti pis-ti namio
|
195 | Miidiyaaleen Keeniyaa keessaa akka gabaasaa jiranitti milishoonni Itoophiyaa qawwee hidhatan hojjettoota Keeniyaa irratti dhukaasa banan jedha.
|
196 | Goodayyaa suuraa ''Daldala keessatti al takkaa takka ni milkoofta yeroo biroo ammo ni kasaarta,'' jedha Abduul Kariim Alii
|
197 | Har’a, Oromiyaan tajaajla ‘tax’ Oromiyaa keessa sassaabamu gitu mootummaa Federaala Itoophiyaa irraa argaachaa hin jiru.
|
198 | Apr 14, 13Comments Off on Qabsoon Bilisummaa Sabaa fi Taphni Siyaasaa Walii GargariRead More
|
199 | ’’ Bara 2017tti hogganaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa tahuun erga filatamaniin booda Dr Tedroos, yeroo weerarri koronaavaayirasii jalqabe baayyee beekaman.
|